Hadurree fayyistuu: Oromo Edition of The Healer Cat - Tuula Pere - Books - Wickwick Ltd - 9789523572294 - August 18, 2019
In case cover and title do not match, the title is correct

Hadurree fayyistuu: Oromo Edition of The Healer Cat

Tuula Pere

Price
Fr. 23.99
excl. VAT

Ordered from remote warehouse

Expected delivery Jun 11 - 24
Add to your iMusic wish list

Also available as:

Hadurree fayyistuu: Oromo Edition of The Healer Cat

Celesse, the healer cat, is a highly respected member of the neighborhood. As the mistress's favorite cat, she spends lazy days in the warmth of the house.
One snowy night a mother hare rushes in, desperate for help. Reluctantly, the healer cat travels with her through a nighttime snowstorm and biting cold winds. In a dark forest, Celesse comes face-to-face with a scary surprise and is forced to gather her powers for the first time in a while.
---
Seelas hadurree fayyistuun, kennaa isheetiin naannoo keessaati guudddaa kan kabajamtuu miiseensaa kan taate dha. Fedhii jaartii mana ishii iraatti hundooftee, yeroo ishiin hojii hi qabne mana ho'aa kessatii dabarsuu jaalatii.
Haati illeettii gargaarsa gaafachuuf iyyaan naannoo jeeqti ture. Iyyi ishii yeroo dheeraa Seelasiin gargarsa akka ishii hin didne waan godheef, hadurree fayyistuun cabbii haalkaniin fi qorra nyaataa keessatii fudhattee baate. Dukkana bosonaa keessa, Seelasiin waan bay'ee wanta sodaachisu wajjin fuulaan waan walitti dhufteef jabina qabdu hunda sassaabachuuf dirqamtee turte.
Edda deemsi haalkanii akka gaariitti raawwatee, bosona qorre qofaa osoo hin ta'iin onnee seelasiin illee bay'ee ho'isuuf aduun baate.


40 pages, Illustrations

Media Books     Hardcover Book   (Book with hard spine and cover)
Released August 18, 2019
ISBN13 9789523572294
Publishers Wickwick Ltd
Pages 40
Dimensions 203 × 254 × 6 mm   ·   362 g
Language Oromo  
Translator Fayyistuu, Hadurree

Show all

More by Tuula Pere