Booree - Gamachis Nader - 書籍 - Gamachis Nader - 9789152721575 - 2022年5月7日
カバー画像とタイトルが一致しない場合、正しいのはタイトルです

Booree


商品が入荷したらメールで通知を受け取る
プロフィールはありますか? ログイン
Gamachis Nader の新しいリリースのお知らせを受け取る
iMusicのウィッシュリストに追加

まだ評価がありません

Imalli oromoon erga gabrummaa jalatti kufee kaasee qabsoo blisummaf godhee fi gochaa jiru

baayyee dheertuu fi hadhoftuu dha. Ani ergan of baree imala kanatti dabalamee eegalee kitaabni

kun taatewwan yookan mudannoo dhugaa imala kana keessatti na mudatan, Seenaa oromoo, Siyaasa,

Qabsoo hidhannoo, seenaa goototaa, Afoola oromoo, asoosama waraansa jaalalaa jedhuu fi seenaa

Finfinnee dabalatee Waan hedduun kan hammatamee dha. Keessaa iyyuu rakkoolee mooraan

qabsoo bilisummaa oromoo "MQBO" keessa darbeef itti jiru; hedduminaan ni tuttuqa. Oromoon saboota

gaanfa afirikatti Jalqaba argaman keessaa saba isa guddaa fi hidda latiinsaan damee kuush ta'ee dha.

メディア 書籍     Paperback Book   (ソフトカバーで背表紙を接着した本)
リリース済み 2022年5月7日
ISBN13 9789152721575
出版社 Gamachis Nader
ページ数 452
寸法 152 × 228 × 25 mm   ·   657 g
言語 Oromo